14 Dubartoota nu caqasiisatti jirtu keessaa, dubartiin qachaa Tiyaatira’aatii dhutte, ta woyaa dhiillee gatii guddo’oo gurgurtu takka jirtiiyyu; maqaan isi’ii Liidiyaa jedhama. Isiin dubartii Waaqa waaqonsitu; waan Phawuloos jedhu akka caqattuuf, Goottaan qalbii isi’ii bane.
Publicidade