14 Dubartoota nu caqasiisatti jirtu keessaa, dubartiin qachaa Tiyaatira’aatii dhutte, ta woyaa dhiillee gatii guddo’oo gurgurtu takka jirtiiyyu; maqaan isi’ii Liidiyaa jedhama. Isiin dubartii Waaqa waaqonsitu; waan Phawuloos jedhu akka caqattuuf, Goottaan qalbii isi’ii bane. 15 Isi’ii fi worri mana isi’ii keessa jiru cuuphameen duuba, «Akka ani Gootta’atti dhugeeffadhe ka fudhattanu yoo te’e, mana kiyya kowa’aa tura’a» jettee jabeessitee kadhatte.
Publicidade
Hujii Ergantootaa 16
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.