Publicidade

Atos 17

2 Phawuloos akkuma yennaa mara godhu mana waaqonfannaa Yihudootaa seenee, Sanbata sad marroo Barreeffama Woyyichaa isaan woliin dubbate; 3 inni dubbii isaaniif issee himaa Masiihiin rakkatiisaa fi du’aa ka’uu akka qabu mirkaneessee, «Yesuusiin ani isinitti lassu kun Masiihii» jedhe.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-