Pular para o conteúdo
Publicidade

Atos 18

26 Inni sodaa malee Mana Waaqonfannaa Yihudootaa keessatti dubbatiisa jalqabe. Pharisiqiila’aa fi Aqiilaan dubbii isaa yennaa dhage’ane, gara mana ifii isa fudhatanee marroo karaa Gootta’aa caalchisane sirri’itti itti himane.

Veja também