Pular para o conteúdo
Publicidade

Hujii Ergantootaa 19

Ilmaan Iskoyaasii

11 Waaqi bilbaasa te’ee hin beenne karaa Phawuloosiitiin hujiisatti jiraayyu. 12 Kanaaf woyaa nafa Phawuloosii tuxxee fi hoccuu inni danfaan haxowatu fuudhanee, worra dhibame yennaa tuqisiisane, worri dhibame fayye; ayyaanni hamaalle keessaa baye.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também