4 Phawuloos, «Cuuphaan Yohaannisii ka cubbuu irraa deebi’iisaa ti; Yohaannisinuu ka isaan duuba dhufu, Yesuusitti akka dhugeeffatanu kolbaa Israa’eliititti himeera» jedhe. 5 Isaan yennaa tana dhage’ane, maqaa Goottaa Yesuusiitiin cuuphamane.
Publicidade