Pular para o conteúdo
Publicidade

Hujii Ergantootaa 2

17 «Guyyaa muumme’ee ani akkana tolcha jedha Waaqi:

nama duudii irratti Ayyaana kiyya hin buusa.

Ijoolleen teessan ta dhiiraatii fi ta durraa hin raagan;

dargaggeeyyiin teessan mudhii hin dhaggiti,

Maanguddooti teessanille oojjuu hin oojjatan.

18 Guyyoota san keessatti, garboota dhugeeffatane2:18Garboota dhugeeffatane: Tajaajiltoota tiyya

ta dhiiraatii fi ta dubarti’ii irrattuu,

Ayyaana kiyya hin buusa;

isaanille raaga hin dubbatan.

19 Ani ol-gubbaatti baasa,

gad lafa irralle’etti bilbaasa hin mudhisa;

Dhiigaa fi ibiddi, hurrantaan aaraalle hin mudhata.

20 Guyyaan Gootta’aa guddichii fi

ulfaataan adoo hin dhufin dura,

aduun hin dukkanti;

jiinille diimaa akka dhiigaa te’a.

21 Nami maqaa Gootta’aa waamu duudiin hin fayyajedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também