Publicidade

Atos 2

22 «Worra Israa’elii dubbii tana dhage’aa! Akkuma isin beettanu, eennummaan Yesuusii Naaziretii, hujii gugurdoo baasaa fi bilbaasota Waaqi karaa isaatiin odduu teessanitti muummesseen mirkanootteerti. 23 Nami kun akka Waaqi dur murteessee fi beekeen, harka keessanitti dabarfamee kenname; akka inni harka worra cubbaleyyi’iitiin fannifamee du’u gootane. 24 Waaqi ammoo hunna du’aa jalaa bilisa baasee, du’aa isa kaase; sababille duuti isa qaddee hamburuu hin dandeenne.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-28_14-13-17-