Pular para o conteúdo
Publicidade

Hujii Ergantootaa 20

35 Jecha Goottaa Yesuusii, Ka fudhatu caalaa ka kennu ka eebbifamejedhe qaabatiisaan, harka keennaan hujaa, hiyyeeyyii qarqaaruu akka malle ani isinitti mudhiseera» jedhe.

36 Phawuloos tana dubbatee fixeen duuba, isaan woliin jilbiiffatee daadimate. 37 Isaan duudiin bowaa morma isaatitti maratanee sunqatane. 38 Keessattuu inni isaaniin, haganaa achii deebitanee na hin dhaggitanu waan jedheef guddoo gaddane; achiin duuba isaan haga hobolo’oo isa woliin deemane.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também