36 Phawuloos tana dubbatee fixeen duuba, isaan woliin jilbiiffatee daadimate. 37 Isaan duudiin bowaa morma isaatitti maratanee sunqatane. 38 Keessattuu inni isaaniin, haganaa achii deebitanee na hin dhaggitanu waan jedheef guddoo gaddane; achiin duuba isaan haga hobolo’oo isa woliin deemane.