Pular para o conteúdo
Publicidade

Atos 6

Namooti Ergantoota Gargaaranu Torba Filamane

1 Yennaa diqqo’oon duuba laakkossi barattootaa akkuma heddataa deemeen, Yihudooti afaan Giriikii dubbatanu Yihudoota biyya Yihuda’aatitti dhalatane irratti gungumane; haadhotiin hiyyeessaa ta Yihudoota afaan Giriikii dubbatanuu, qarqaarsa guyyaa guyya’atti dhaggataa turane waan dagatamaneef gungumane6:1Gungumane: Himatane.

6 Isaan worra kana duudii ergantoota dura dhaabbachiisane; ergantootille harka ifi isaan irra keyanee daadimatane.

Veja também