5 Nami duudiin yaada ergantootaa jaalatee, Isxifaanos ka jedhamu dhugeeffanna’aa fi Ayyaanni Woyyichi ka keessa guute filane; akkasuma Filiphoosii fi Phirokoros, Niqaaroona’aa fi Ximoonaa, Pharmena’aa fi Niqolaawosii nama biyya Anxokiya’aa ka dhugeeffannaa Yihudootaa dur fudhateerulle filane.
Publicidade