9 Yennaa san Yihudooti miseensota, «Mana waaqonfannaa worra bilisa bayee» jedhamuu, worri Qareena’aatii fi Iskindiriya’aa, worri biyya Qiliiqiya’aatii fi Asiya’aatii dhufane tokko ka’anee Isxifaanositti falmane. 11 Maarre isaan, «Dubbii Muuse’ee fi Waaqa faanshessitu isaa dubbatu dhageenneerra» akka jedhanuuf namoota dhossa’aan itti tirtirsane.
Publicidade
Hujii Ergantootaa 6
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.