Pular para o conteúdo
Publicidade

Hujii Ergantootaa 7

42 Waaqi ammoo isaan irraa garagalee, urjoota ol-gubbaaa akka sagadanuuf dabarsee isaan kenne; akkuma kitaaba raagotaa keessatti barreeffante,

«Ee, kolbaa Israa’elii!

Woggaa afurtama goomolee keessatti

horii qalmaatii fi ciincaa naaf dhikeessitanee ree?

43 Isin dunkaanii7:43Dunkaanii: Godoo waaqa molokiitii fi,

fakkii urjii waaqa Reefaan jedhamuu,

harka keessaniin hujjanee, waaqonsiisaaf ba’attane.

Maarre anille biyya Baabilon irraa fagaattutti isin hin dabarsajedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também