Pular para o conteúdo
Publicidade

Hujii Ergantootaa 8

12 Isaan ammoo Filiphoos marroo oduu gammada Mootummaa Waaqaatii fi maqaa Yesuus Kiristoosii yennaa isaanitti lallabe dhage’anee, dhiiraa fi dubartooti dhugeeffatanee cuuphamane. 13 Simooninuu dhugeeffatee cuuphameen duuba, waa’ela Filiphoosii te’ee, baasotaa fi bilbaasota gugurdaa hujame yennaa dhagge baaseffate.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também