Publicidade

Atos 8

30 Filiphoosille gara garreettaa fardaan harkifamuu san rukkisee, guneessichi sun kitaaba raagicha Isaayaasii keessaa dubbisuun dhage’ee, «Wonni ati dubbittu kun sii galaaraa?» jedhee gaafate.

31 Guneessichi deebisee, «Adoo nami tokko naaf issee hin himin attamiin hubatiisa dande’a?» jedhe. Maarre inni akka Filiphoos garreettaa fardaan harkifamu san yaabee isa bira tee’uuf waame.

32 Addeen inni Barreeffama Woyyicha keessaa dubbisiisatti jiru,

«Inni akka hoolee qalantuu oofame;

akka ilmayyoo hoole’ee,

yennaa nami rifeensa irraa muru cadhittuu,

Inni waan tokkolle hin dubbanne.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-