Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "esperança"

200 resultados encontrados

  1. Salmos 119

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 119
    Mostrando versículos 9–166 de 176

    9Dargaggooti attamiin karaa ifiiqulqullumma’aan eegatiisa dande’an?Karaa ifii akka jecha keetiititti eegatiisaan.

    40Kunoo, ani ajaja keeti eegatiisaaf dharra’a;balchummaa teetiin jiruu naa kenni.

    166Ee Mootii Waan Maraa,ani addi’iin fayyisiisa keeti eegadha;ajaja keetille hin muummessa.

  2. Provérbios 16

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 16
    Mostrando versículos 17–31 de 33

    17Kolbaan dansaan waan hantuu irraa fagaatti;nami karaa ifii eeggatu jiruu ifii eeggata.

    25Karaan namatti qajeelaa fakkaatu jira;dhuma irratti ammoo gara du’aa geessa.

    31Arriin kallacha ulfinnaa ti;isiin jiruu balchumma’aatiin dhagganti.

  3. Salmos 130

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 130
    Mostrando versículos 4–6 de 8

    4Ammoo akka nuuti si sodaannuuf,ati nu’uuf araaranta.

    5Ani Mootii Waan Maraa eegadha;Lubbuun tiyyalle hin eegatti;addi’iin jecha isaa eegadha.

    6Eeddota bari’iisa eegatanu caalaa,ee, eeddota bari’iisa eegatanu caalaa,lubbuun tiyya Goottaa eegatti.

  4. Provérbios 31

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 31
    Mostrando versículos 10–25 de 31

    10Niitii qalbii qaddu eentu dhaggatuu dande’a?Isiin dooqa diimaa caalti.

    13Isiin rifeensa hoole’eetii fi quncee talba’aa barbaaddee,harka ifiitiin woyaa dhootti.

    25Isiin hunnaa fi ulfinna akka woya’aa uffatti;bara dhufaaru itti gammaddi.

  5. Filipenses 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 2–20 de 21

    2Worra akka sare’ee foon nafa namaa kukkutiisaan3:2Foon nafa namaa kukkutiisaan: Haqanqabaa qabiisaan, hantuu godhu irraa ifi eeggadha’a!

    11Du’aa ka’ee akka jiraadhu hin addadha.

    20Nuuti ammoo nama biyya ol-gubba’aa ti; nuuti Goottaa keenna Yesuus Kiristoos, Fayyisaa achii dhufu dharra’aan eeganna.

  6. 1 Pedro 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 3–9 de 25

    3Waaqa Abbaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiif galanni te’u! Inni marartii ifii guddo’oon du’a keessaa ka’iisa Yesuus Kiristoosiitiin addii jiraattuu tanatti akka jiraannuuf haareya godhee nu uumateera.

    5Kun isin worra karaa dhugeeffannaa fayyinna bara muumme’eetitti mudhatuuf qophowee jiruuf, hunna Waaqaatiin eegantanee jirtanuuf te’a.

    9Sababille fayyinna lubbuu teessanii, ka dhugeeffanna’aan eeggattanu fudhattan.

  7. 1 João 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 7–21 de 21

    7Dhugaa baatoti sad jiran;

    14Waaqa dura dhikaatiisaaf ifi-addiin nuuti qannu tana: waan mara akka fedha isaa yoo isa gaafanne inni nu hin dhage’a.

    21Ijoollee tiyya, waaqota dharaameyyii irraa ifi eeggadha’a!

  8. 1 Tessalonicenses 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 16–25 de 28

    16Yennaa mara gammada’a;

    21ammoo waan maraa qorqora’aa ilaala’a; waan dansaa qabadha’a;

    25Obboleeyyan tiyya! Nu’uufille daadimadha’a.

  9. Tiago 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 1–20 de 26

    1Obboleeyyan tiyya! Goottaa ulfinnaa keenna Yesuus Kiristoositti dhugeeffannaa eega qabaattane, nama wol hin caalchisina’a.

    4odduu teessanitti nama wol caalchittanee, worra yaada hama’aan muru te’uu keessanii motii ree?

    20Namicha gowwa’a! Dhugeeffannaan huji’iin malee ta gatii hin qanne2:20Ta gatii hin qanne: Ta duute akka teete beekiisaaf dhugaa itti barbaaddaa?

  10. Efésios 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 3–23 de 32

    3Nageya wolitti isin qabu ka Ayyaanni Woyyichi kennu eegatiisaaf waan dandeettanu mara godha’a.

    15Kanaa mannaa, jaalalaan dhugaa dubbataa, gara Kiristoosii mataa te’ee, karaa maraan guddanna.

    23Ayyaana qalbii teessaniitiin haareffama’a.

  11. Jó 28

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 28
    Mostrando versículos 12–26 de 28

    12«Ammoo qarummaan eessatti dhagganti?Addeen hubanti’ii eessa jirti?

    20«Eegasuu qarummaan eessaa dhutti ree?Addeen hubantiin jirtu eessa ree?

    26Bokkeyaaf seera,balaqqeetti’iifille karaa yennaa baase,

  12. 1 Tessalonicenses 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 4–18 de 18

    4Nami duudiin haadha manaa4:4Haadha manaa: Nafa ifii woyyumma’aa fi ulfinnaan qabatee eegatiisa beekuu ti.

    13Obboleeyyan tiyya! Akka namoota addii hin qannee akka hin gaddine, marroo worra du’ee dhugaa jirtu akka beettanu barbaanna.

    18Tanaaf jecha kanaan wol jajjabeessa’a.

  13. Jó 36

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 36
    Mostrando versículos 1–24 de 33

    1Eliihuun ammalle ede’ee Iyoobiin,

    18Eennulle durumma’aan akka si hin sonne,Safuu36:18 Safuu: Malaamaltummaa jechu’u. guddoolle’een akka hin sobanne ifi eegadhu.

    24Hujii isaa ta nami faaru’uun leellifatuatille akka leellifattu yaadadhu.

  14. Romanos 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 1–31 de 31

    1Eegasuu bu’aan Yihudii te’iisaa maan ree? Yookiin gatiin haqanqabaa qabatiisaa maan?

    26Bara ammaa kanalle, worra Yesuus Kiristoositti dhugeeffatu mara balchoonsiisaan, Waaqi balchaa te’iisa ifii mudhisa.

    31Eegasuu dhugeeffanna’aan Seera hin diinna jechu’uu ree? Waawwo’o; diigiisaan irra, Seera jabeessinee qabanna.

  15. Gálatas 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 4–22 de 26

    4Isin worri Seera eeggatiisaan balchoomiisaaf barbaaddanu, Kiristoos irraa ifi kuttaneertan; badhaadha waaqaa irralle’ee bayyattaneertan.

    5Nuuti ammoo karaa Ayyaana Waaqaatiin, balchummaa addii godhannu dhugeeffanna’aan dharra’aa eeganna.

    22Midhaan Ayyaanaa ammoo jaalala, gammada, nageya, ossa, arjummaa, dansummaa, addatama,

  16. 1 Coríntios 11

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 1–33 de 34

    1Akkuma ani Kiristoos fakkaadhu isinille na fakkaadha’a.11:1 1 Qor. 4:16; Filp. 3:17

    13Me isinuu mura’a; dubartiin adoo mataa ifii hin hagooggatin wolde’a kiristaanaa keessatti Waaqa daadimatuun waan malee?

    33Tanaaf obboleeyyan tiyya! Irbaata Gootta’aatiif yennaa wolitti qabantanu wol eega’a.

  17. Atos 20

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 20
    Mostrando versículos 5–32 de 38

    5Jarri tun nuun dura dhaxxee Xiro’aasitti nu eedde.

    28Maarre ifii fi hoolee Waaqaa akka isin eeddanuuf isinitti kennantelle’eef ifi eegadha’a; wolde’a kiristaanaa ka Waaqaa, ka inni dhiiga ilma ifiitiin ka ifii godhate tissa’a.

    32«Amma ani eeddoo Waaqaatitti, badhaadha ergaa isaa ka isin ijaariisa dande’uu fi eebba Waaqi kolbaa ifii duudi’iif kennutti, isin kenneera.

  18. 1 João 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 13–28 de 29

    13Abbooti’i! Ka jalqabaa jalqabee jiru waan beettaneertanuuf isiniif barreessa. Dargaggoota! Hamaalessa2:13Hamaalessa: Seexana waan injifattaneef isiniif barreessa.

    25Addiin inni nu’uuf kenne tun jiruu bara baraa ti.

    28Yoona, ijoolle! Yennaa Kiristoos mudhatu sodaa malee akka jiraannuu fi guyyaa dhufa isaa akka hin fokkifanne isaan jiraadha’a!

  19. Judas 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 21–25 de 25

    21Marartiin Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii, ta gara jiruu bara baraatitti isin geessitu eeggataa, jaalala Waaqaa keessatti ifi eega’a!

    22Worra mama qabuuf marartii qabaadha’a!

    25Waaqa fayyisaa keenna tokkochaaf, karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin, ulfinni, guddinni, hunnii fi baalliin bara durii mara duraan jalqabee, bara ammaatii fi haga bara baraa isaaf te’u! Ameen.

  20. Efésios 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 1–8 de 33

    1Isin jaalatantoota ijoollee Waaqaa eega teetanee, fakkeenna isaa gula deema’a.

    2Akkuma Kiristoos nu jaalatee, akka kennansa uddowa’aa fi woreega Waaqa gammachiisuu, jiruu ifii akkuma nu’uuf kenne, isinille jaalalaan jiraadha’a.

    8Isin dur dukkana keessa turtane, kolbaa Gootta’aa eega teetane ammoo, ifa keessa jirtan. Maarre isin akka kolbaa ifaa jiraadha’a.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo