Publicidade

Resultados da busca por "paz"

27 resultados encontrados

1 Pedro 5 Kitaaba Woyyuu
Capítulo 5
Mostrando versículos 6–14 de 14

6Maarre Waaqi yennaa ifii murteessetti akka isin ol qabu, harka Waaqa hunnaamessaa jalatti ifi gad qaba’a.

11Hunni bara baraa haga bara baraa isaaf teetu! Ameen.

14Jaalala kiristaanumma’aatiin wol sunqataa nageya wol fuudha’a.Nageenni isin worra ka Kiristoosii teetane maraaf te’u.

Salmos 37 Kitaaba Woyyuu
Capítulo 37
Mostrando versículos 3–16 de 40

3Mootii Waan Maraatitti addadhuu waan dansaa godhi;biyya keessa nageyaan le’i.

11Worri gad ifi qabu lafa hin dhaalan;nageya gudda’aan hin gammadan.

16Karra nama hama’aa hedduu caalaa,karra nama balcha’aa diqqoo woyya.

Filipenses 4 Kitaaba Woyyuu
Capítulo 4
Mostrando versículos 7–21 de 23

7Nageenni Waaqaa ka hubantii namaa mara caalu, karaa Yesuus Kiristoosiitiin gadha’aa fi qalbii teessan hin eega.

13Hunna Kiristoos naaf kennuun waan mara godhiisaaf hin dande’a.

21Kolbaa Waaqaa maratti maqaa Yesuus Kiristoosiitiin nageya naaf hima’a; obboleeyyan asi na woliin jirtulle nageya isiniif dhaanti.

Jó 21 Kitaaba Woyyuu
Capítulo 21
Mostrando versículos 4–23 de 34

4«Ani nama komadhaa ree?Maaf ossa hin dhanne ree?

9Isaan mana ifii keessa sodaa malee nageyaan le’an;Waaqi isaan hin adabu.

23Nami gariin adoo hunna qabuule’iin itti toltee nageyaan adoo jiruu,

Provérbios 3 Kitaaba Woyyuu
Capítulo 3
Mostrando versículos 17–31 de 35

17Karaan isi’ii karaa gammadaa ti;daandiin isi’ii daandii nageyaa ti.

29Nama si addatee si bira tee’u irrattiwaan hantuu hin yaadin.

31Nama hunnaan nama irratti ka’u hin halchin;karaa isaa tokkolle hin filatin.

Salmos 25 Kitaaba Woyyuu
Capítulo 25
Mostrando versículos 16–22 de 22

16Ani qofuu waan jiruuf,cunqurfamaalle waan te’eef,fuula keeti gara kiyya deebifadhuu,naaf mararfadhu.

17Rakkinni kiyya bindilla’a;farra tiyya jalaa na baasi.

22Ee Waaqa, rakkinna isi’ii mara keessaakolbaa Israa’elii wodi.

Esdras 2 Kitaaba Woyyuu
Capítulo 2
Mostrando versículos 38–54 de 70

38sanyiin Phashihurii kuma tokkoo fi dhibba lamaa fi afurtamii torba;

41faarsitooti: sanyiin Asaafii dhibba tokkoo fi diddamii saddeeti;

54sanyii Nesiiya’aatii fi sanyii Haxiifa’aa ti.

Colossenses 2 Kitaaba Woyyuu
Capítulo 2
Mostrando versículos 3–20 de 23

3Karri qaroomaatii fi beekkumaa marti Kiristoos keessa dhoffantee jirti.

9Guutummaan waaqumma’aa mijuun Kiristoosiin nafaan mudhattee jiraatti.

20Eega Kiristoos woliin duutanee, ayyaanota gubba’aa fi lafa bulchanu jalaa bilisa baatane, maaf akka waan ka biyyaa lafaa teetaneetitti leetan ree? Maaf seera,

Lamentações 3 Kitaaba Woyyuu
Capítulo 3
Mostrando versículos 17–66 de 66

17Ani nageya dhabee,gammadi maan akka te’e dedhe.

27Nami bara dargaggumma’aatittiwaanjoo ba’atiisa barachuun dansa’a.

66Waaqa kiyya! Aari’iin isaan ari’iitii,Biyya lafaa irraa isaan balleessi.

Romanos 12 Kitaaba Woyyuu
Capítulo 12
Mostrando versículos 1–18 de 21

1Maarre obboleeyyan tiyya! Namummaa keessan, ciincaa Waaqa gammachiisu, jiraata’aa fi woyyicha gootanee akka dhikeessitanu, marartii Waaqaatiin isin kadhadha; waaqonfannaan dhugittiin12:1Dhugittiin: Ayyaantittiin isii tana.

12Addii qaddanuun gammada’a; rakkinna ossadha’a; yennaa mara daadimadha’a.

18Yoo dande’ame nama maraa woliin nageyaan le’iisaaf, gama keessaniin waan dande’amu mara godha’a.

1 Tessalonicenses 5 Kitaaba Woyyuu
Capítulo 5
Mostrando versículos 16–20 de 28

16Yennaa mara gammada’a;

17yennaa mara daadimadha’a;

20jecha raagaa hin tuffatina’a;

Filemom 1 Kitaaba Woyyuu
Capítulo 1
Mostrando versículos 3–9 de 25

3Abbaa keenna Waaqaa fi Goottaa Yesuus Kiristoos biraa badhaadhii fi nageenni isiniif te’u!

5Sababille dhugeeffannaa ati Goottaa Yesuusitti qadduu fi jaalala ati kolbaa Waaqaa maraaf qaddu dhage’eera.

9te’uu malee jaalalaan si gaafadha. Ani Phawuloosiin jaarsi, amma ammoo Yesuus Kiristoosiif jedhee ka hidhameeru,

Filipenses 2 Kitaaba Woyyuu
Capítulo 2
Mostrando versículos 14–20 de 30

14Waan mara gungumiisaa fi moromaa malee godha’a!

19Marroo teessan dhage’ee gadhaan kiyya akka gammaduuf, dafee Ximootewoos gara keessan ergiisaaf Goottaa Yesuusitti addii godhadha.

20Nama nageya keessaniif gadha’aan isiniif yaadatu ani isa malee hin qabu.

Provérbios 7 Kitaaba Woyyuu
Capítulo 7
Mostrando versículos 11–27 de 27

11Isiin ta ila gad hin qabanne,mati-jabeetti’i;isiin ijjumaa mana hin teettu.

12Takka karaa irra,takka woldeennaa kara’aa irracinaa karaa maraa irradhaabbattee eeggatti.

27Manni isi’ii karaa addee worri du’e jiru,ka gara awwaalaa gad geessu.

1 Tessalonicenses 4 Kitaaba Woyyuu
Capítulo 4
Mostrando versículos 7–18 de 18

7Waaqi woyyumma’aan akka leenu malee, akka battumma’aan leenuuf nu hin waanne.

8Tanaaf, nami barsiisa kana tuffatu, nama adoo hin te’in, Waaqa Ayyaana Woyyicha ifii isiniif kennu tuffata.

18Tanaaf jecha kanaan wol jajjabeessa’a.

2 João 1 Kitaaba Woyyuu
Capítulo 1
Mostrando versículos 3–13 de 13

3Badhaadhi, arjumma’aa fi nageenni, Waaqa Abba’aa fi Yesuus Kiristoosii Ilma Abba’aa biraa, dhuga’aa fi jaalalaan nu woliin jiraatuu ti.

11Nami nageya isa fuudhu, hujii isaa hantuu san qoodama.

13Ijoolleen obboleettii teeti filatantu’uu nageya si’iif dhaanti.

Deuteronômio 19 Kitaaba Woyyuu
Capítulo 19
Mostrando versículos 1–16 de 21

1Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti gosa biyya adda addaa ta lafa isaanii ka sii kennu yennaa balleesse, qachoota isaaniitii fi mana isaanii dhaaltee achi keessa le’iisa yennaa jalqaddu,

13Ati ila mararti’iitiin isa hin ilaalin. Nageenni akka si’iif te’u Israa’el keessaa nama dhiigi nama yakkaa hin qannee dhangalaase ijjeesi.

16Nami dharaan dhugaa bayu tokko ka’ee nama tokko dharaan yoo himate,

1 Coríntios 16 Kitaaba Woyyuu
Capítulo 16
Mostrando versículos 14–24 de 24

14Waan hujjanu mara jaalalaan huja’a.

20Dhugeeffattooti asi jiranu duudiin nageya isinii dhaaman.Sunqata woyyichaan nageya wol fuudha’a.

24Jaalalli kiyya karaa Kiristoos Yesuusiitiin isin duudii woliin jiraatu. Ameen.

Números 12 Kitaaba Woyyuu
Capítulo 12
Mostrando versículos 3–16 de 16

3Muuseen namoota lafa irra jiranu mara caalaa, gadhi-laafessa.

11Achiin duuba Aaron Muuse’een, «Maganne’e, goottaa kiyya, cubbuu nuuti gowwumma’aan hunye tana nutti hin laakkowin.

16Achiin duuba kolbaan sun Haserootii kaatee goomolee Phaaraanii keessa qubatte.

Judas 1 Kitaaba Woyyuu
Capítulo 1
Mostrando versículos 2–22 de 25

2Marartiin, nageennii fi jaalalli isiniif fakkanu.

21Marartiin Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii, ta gara jiruu bara baraatitti isin geessitu eeggataa, jaalala Waaqaa keessatti ifi eega’a!

22Worra mama qabuuf marartii qabaadha’a!

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-