7Nami du’e hunna cubbu’uu jalaa bilisa bayeera.
18Cubbuu jalaa baatanee garboota balchumma’aa teetaneertan.
20Isin yennaa garboota cubbu’uu teetane, balchummaa jalaa bilisa jirtaniiyyu.
200 resultados encontrados
7Nami du’e hunna cubbu’uu jalaa bilisa bayeera.
18Cubbuu jalaa baatanee garboota balchumma’aa teetaneertan.
20Isin yennaa garboota cubbu’uu teetane, balchummaa jalaa bilisa jirtaniiyyu.
22Risa’aa ka’anee Qehelaataa qubatane.
23Qehelaata’aa ka’anee gaara Shaaferii qubatane.
24Gaara Shaaferiitii ka’anee Haraadaa qubatane.
14Barsiisi nama qaro’oo madda jiru’uu ti;tiyyoo du’aa irraa nama deebisa.
15Qalbeeffati dansaan ulfinna namaaf kenniti;karaan worra hin addatannee ammoo bu’aa-bayi’i.
16Nami qalbeeffataan beekkumsaan hujata;gowwaan ammoo gowwummaa ifiibadhinnatti mudhisa.
8Maan ilaaliisaaf baatane? Nama uffana dansaa uffatee? Worri uffana dadansaa uffatu mana moototaa keessa jiran!
26Ee, Abba’a, waan kanatti gammaddeerta.
30Waanjoon kiyya kaso’o, ba’aan tiyya sallo’o» jedhe.
30Waaqi ammoo du’a irraa isa kaase.
32«Nuuti waan Waaqi abbootii teennaaf waadaa gale Oduu Gammadaa isinitti hinna.
44Sanbata itti aanu worra qachaa sanii keessaa hedduun Jecha Waaqaa dhage’iisaaf wolitti qabamane.
1Faaruu Solomoonii ta faaruu mara caaltu.Waajibittiin
9Obboleettii tiyya!Ati fardoo garreettaa fardaan harkifamu harkisanuka Fara’oonii keessaaakka farda tokkoo ti.
15Ee, jaalallee tiyya, ati attam attam miidhadda!Ee, attam attam miidhadda!Ilti teeti akka ila saphaliisaa ti.Waajibittii
4Inni Yennaa achi dhaqu Samaariyaa keessa dabaruu qabaayyu.
7Dubartiin Samaariya’aa takka bisaan woraabbatiisaaf yennaa dhutte, Yesuus isi’iin, «Bisaan uni’ii naa kenni!» jedheen.
30Maarre isaan qachaa keessaa bayanee gara Yesuusii yaa’ane.
12Ka dokonkora ifii dhaggu eennu?Cubbuu tiyya ta dhokatte irraana qulqulleessi.
13Cubbuu beekaa hujanu irraana garbicha keeti eegi;akka isiin na mootu hin eeyyamin.Yoos ani ka komii hin qannee fika yakkaa guddoo hin qanne hin te’a.
14Ee Mootii Waan Maraa,rassaa kiyyaa fi wodoo kiyya!Jechi afaan kiyyaatii fiyaadi gadhaa kiyyaasi duratti fudhatama qabaatanuu ti.
31seerata kiyya yoo diigane,ajaja kiyya yoo eegatuu dhabane,
48Nami ijjumaa hin du’in le’uu dande’u eennu?Awwaala jalaa ka miliquu dande’u eennu?
52Mootiin Waan Maraa haga bara baraa leellifamu!Ameen! Ameen!
3Nami raaga dubbatu, namoota ijaariisaaf, jabeessiisaa fi jajjabeessiisaa dubbata.
36Jechi Waaqaa isin irraa dhufee? Yookiin isin qofa geyee?
40Wonni duudiin ammoo, karaa qajeela’aa fi seeraan te’uu ti.
11Qarummaan ossata namaaf kenniti;arraba tuffatanee irra dabariis ulfinna.
16Nami ajaja eegatu jiruu ifii eegata;nami karaa Waaqaa tuffatu ammoo hin du’a.
20Gara duraa qaroo akka teetuuf,gorsa caqasi;qajeelfama fudhadhu.
1Bilisumma’aan akka leenuuf Kiristoos bilisa nu baase. Tanaaf jabaadha’aa dhaabbadha’a! Deebitaneelle waanjoo5:1Waanjoo: Qambaraa garboomaatiin hin hidhamina’a!
8Hawadiin tun ta Waaqa gara dhuga’aa isin waamu biraa dhuttee moti.
23qajeelumma’aa fi ifi qabatiisa. Seerri waan akkasii kana dhooggu hin jiru.
2Ba’aa wolii ba’adha’a! Akkasiin Seera Kiristoosii muummessitan.
5Nami maraa ba’aa ifii ba’atuu qaba.
17Gadaannis ani nafa kiyya irratti qabu, garbicha Yesuusii te’uu kiyya waan mudhisuuf, haganaa achi namuu na hin rakkisin.
4Ammoo arjumma’aa fi jaalaltiin Waaqa fayyisaa keennaa yennaa mudhatte,
5hujii balchummaa nuuti hunyeef adoo hin te’in, marartii ifiitiin, karaa dhiqata dhaloota lammeesso’ootii fi Ayyaana Woyyichaan haareffamiisaatiin nu fayyise.
7Badhaadha isaatiin balchoonnee, jiruu bara baraa ta addi’iin eegannu san akka dhaalluuf inni tana godhe.
6Atii fi hordofattooti teeti martinuu girgiraa qabadha’aatii,
20Mootiin Waan Maraa Muuse’ee fi Aaroniin,
48Inni worra du’anee fi worra jiranu wodhakkaa dhaabbate; balaalle dhaabbate.
1Muummee irratti, obboleeyyan tiyya, Waaqa gammachiisiisaaf attam akka leetanu nu irraa barattaneertan. Ammaa tana dhugumaan akka san le’iisatti jirtan; tana caalaalle akka gootanu, maqaa Goottaa Yesuusiitiin isin gaafataa isin gorsina.
3Waaqi akka isin sagaagalummaa irraa fagaattanee woyyoontanu fedha.
18Tanaaf jecha kanaan wol jajjabeessa’a.
1«Barri nama foon uffatee gabaaba’a;sunuu rakko’oon ka guutame.
10Nami ammoo du’ee hin bada;eega du’e deebi’ee hin dhaggamu.
18Akkuma gaarri sigigaatee jijjigu,akkuma rassaalle addee ifii irraa ka’u,
8Gumeeffadha’a; dammaqa’a! Diinni keessan Seexanni, akka neenqa waan liqinsu barbaadee dhangaa dhowuu, adaala keessan garmaama.
11Hunni bara baraa haga bara baraa isaaf teetu! Ameen.
14Jaalala kiristaanumma’aatiin wol sunqataa nageya wol fuudha’a.Nageenni isin worra ka Kiristoosii teetane maraaf te’u.
11Yesuus xaltaa fuudhee, Waaqa galateeffatee, kolbaa achi tee’iisatti jirtuuf haga isaan barbaadane qoode; qurxummiille akkasuma tolche.
18Bubbeen waan bubbisiisatti jirtuuf bisaan raafame.
48Sagaleen jiru’uu ana.
2Hattichi tokko balbala cassee adoo seenuu qabamee tumamee, yoo du’e, dhiiga isaa ka dhangalaafameef gumaan hin jiru.
18«Dubartiin falfaltu ijjeefantuu ti.
19«Nami horii woliin rafe ijjeefamuu ti.