18 Nami sobee ifi gadi qabiisaa fi ergantoota ol-gubba’aa waaqonsiisaan ifi jaju, worra gatii hin qanne akka isin hin goone ifi eegadha’a; nami akkasii kun marroo mudhii dhagguutiif ifi saadee, waan gatii hin qanneef yaada fooniitiin ifi jaja.
Publicidade