13 Wol dande’a; nami namatti quuqameeru yoo jiraate, woliif araarama’a; akkuma Kiristoos isiniif araarame, isinille woliif araarama’a.3:13 Efe. 4:32 14 Kana mara caalaa jaalala waan mara tokkummaa miju’uun wolitti hidhu uffadha’a.