Pular para o conteúdo
Publicidade

Colossenses 3

20 Ijoollee! Kun waan Goottaa gammachiisu waan te’eef, haadhaa fi abbaa keessaniif ajajama’aatii, waan isaan jedhanu mara godha’a.

21 Abbootii! Akka isaan addii hin kutanne, ijoollee teessan hin aarsina’a.3:21 Efe. 6:4

Veja também

Colossenses
Ver todos os capítulos de Colossenses