Pular para o conteúdo
Publicidade

Daani'elii Raagichaa 10

2 Yennaa san ani Daani’el torbaan sadiif gadda irra jiraayyu. 3 Torbaan sad haga dabartutti ani sagalee dansaa hin nyaanne; foonii fi daadhii woyni’ii afaaniin hin qanne; waan iffatanulle fuula yookiin mataa hin iffanne.

Veja também