Pular para o conteúdo
Publicidade

Daani'elii Raagichaa 11

16 Mootiin kaaba sun waan fedhe hin godha; ka isa ifi irraa dhooggatiisa dande’u hin jiru. Inni lafa Israa’elii bisilee hin qabata, isii balleessiisaafille hunna hin qabaata.

17 «Inni loltoota mootummaa ifii duudii woliin duuliisaa hin yaadata; mootii kibbaa woliin wolii galtee nageyaa hin godha; mootummaa san balleessiisaaf, intala ifii mooticha kibbaa hin heerumsiisa; ammoo yaadi sun isaaf hin te’u yookiin isa hin qarqaaru.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também