2 Worri hedduun du’ee awwaalameeru, gariin jiruu bara baraatiif, gariin salphinna bara baraatiif hin ka’an. 3 Worri qarooleen akka ifa gubba’aa hin ifan; worri worra hedduu gara balchumma’aa deebise haga bara baraa akka urji’ii hin ifan.
Publicidade
Publicidade