Pular para o conteúdo
Publicidade

Daani'elii Raagichaa 2

23 Ee Waaqa abbootii tiyyaa,

ati qarumma’aa fi hunna

waan naaf kenniteef,

waan nuuti si gaafannelle

waan natti beessitteef,

waan mootichi beekiisaaf rakkatelle

natti waan beessitteef,

ani si galateeffadha; si leellifadhalle’e» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também