Pular para o conteúdo
Publicidade

Daniel 3

5 Yennaa qoonqoo tultulla’aa, ta meya akka suusulle’ee, maseenqo’oo, kiraaraa, kiraara guddichaa, suusulle’eetii fi sirba duudi’ii dhageettanu, fakkii worqi’ii ta mootichi Nebukadnezaar dhaabeef gad jiga’aatii sagada’a. 6 Nami gad jigee hin saganne yennuma san barbada bobe’a ibiddaa keessa darbama» jedhe.

Veja também