Publicidade

Daniel 4

2 Ani bilbaasaa fi maadee ka Waaqi Ol-Aanaan naaf huje isinitti himuu fedha.

3 «Bilbaasi isaa attam attam gudda’a!

Maadeen isaa attam attam jaddu’u!

Mootummaan isaa ta bara baraa ti;

inni dhalootaa haga dhalootaatitti bulcha.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-