Pular para o conteúdo
Publicidade

Daani'elii Raagichaa 6:1-3

Daani’el Boolla Neenqaatitti Gatame

1 Daariyos kutaa mootummaa isaa mara akka bulchanuuf, bulchitoota dhibbaa fi diddama muuduu barbaade; 2 isaan irratti namoota sad itti gaafatantoota godhe; isaan sadiin keessaa tokkochi Daani’eliiyyu; mootichi akka hin rakkanneef bulchitooti sun worra sadiin kanaaf deebii kennaniiyyu. 3 Daani’el qondaaltotaa fi bulchitoota caalaa ayyaana adda te’e waan qabuuf, mootichi kutaa mootummaa ifii mara irratti isa bulchaa godhuu barbaade.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.