Pular para o conteúdo
Publicidade

Daani'elii Raagichaa 6:11-13

11 Namooti sun, Daani’el gara Waaqa ifii daadimataa, isa irralle’ee qarqaarsa gaafatuun dhaggane. 12 Achiin duuba isaan Daani’el himatiisaaf gara mootichaa dhaqanee, marroo ajaja baye saniitiif, «Ee mooticha, nami guyyaa soddoma kana keessatti gara keeti qofa malee, gara waaqa dhibi’ii yookiin gara namaa daadimate, boolla neenqaatitti akka gatamuuf ajaja bayetti mallatteessiteertaayyuu motii?» jedhane.

Mootichi deebisee, «Eeti’i, ajaji akkuma seera Medooniitii fi Faaresii ka hin jijjiirannee bayeera» jedhe.

13 Achiin duuba isaan mootichaan, «Ee mooticha, Daani’el worra biyya Yihuda’aatii booji’amane keessaa tokko ka te’e sun, si’iif yookiin ajaja ati itti mallatteessiteef ulfinna hin kennu. Inni haga ammaa guyya’atti yennaa sad gara Waaqa ifii daadimata» jedhane.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.