26 Kolbaan mootummaa tiyya keessa jirtu marti Waaqa Daani’elii akka sodaattuu fi ulfeessitu ani lassii baaseera.
«Inni Waaqa jiraataa
haga bara baraa le’u.
Mootummaan isaa ijjumaan hin baddu;
barri mootummaa isaalle ijjumaa dhuma hin qabu.

+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.