Pular para o conteúdo
Publicidade

Daani'elii Raagichaa 7

13 «Ani ilma namaa ka fakkaatu duumensa ol-gubbaaatiin dhufiisatti jiruun, halkan mudhi’iin dhagge; inni gara ka haga bara bara jiraatuu dhufee isa duratti dhikeeffame. 14 Kolbaan hedduun, gosi biyya adda addaatii fi kolbaa afaan adda addaa dubbattu akka isa tajaajilanuuf baalliin, ulfinnii fi hunni Mootii waan maraa te’iisaa isaaf kennante; barri bulchiisa isaa ka haga bara baraa hin dabarre; mootummaan isaalle ijjumaa dhuma hin qaddu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também