Pular para o conteúdo
Publicidade

Daani'elii Raagichaa 9:20-23

Gabri’eel Ergamaan Waaqaa Raaga Dubbatame Hiike

20 Ani cubbuu tiyyaa fi cubbuu kolbaa tiyya Israa’elii adoo dhugaa bayiisatti jiruu, marroo gaara woyyicha Waaqa kiyyaatiif, Mootii Waan Maraa Waaqa kiyya gaafataa, 21 adoo daadimatiisatti jiruu, ergamaan Waaqaa Gabri’eel ka akka namaa fakkaateeruun ani qara mudhi’iin dhagge sun, yennaa ciincaan galgalaa dhikaatutti, gara kiyya xinniqaa dhufe. 22 Inni na hubachiisiisaaf natti dubbatee, «Ee Daani’el, ani amma qarumma’aa fi hubantii siif kenniisaaf dhufeera. 23 Ati guddoo jaalatamaa waan teeteef, akkuma ati daadimatiisa jalqaddeen, deebiin si’iif kennanteerti; anille tana sitti himiisaaf dhufe. Tanaaf ergaa tana qalbeeffadhuutii, mudhiille hubadhu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.