2 bilbaasii fi maadeen inni dubbate yoo teete, innille, «Kowa’a, waaqota dhibii hordonna; isaan waaqonfanna» jedhee waaqota dur isin hin beennetti yoo isin geesse, 3 isin raagicha san yookiin nama oojju’uun moru san hin dhage’ina’a. Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan, akka isin gadhaa keessan tokkochaa fi lubbuu teessan takkatti’iin isa jaalattanu haga isin ilaaliisatti jira.
Publicidade
Kitaaba Seera Keessa Deebii 13
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.