Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Keessa Deebii 14

Aadaa Bowaa Ta Dhooggante

1 Isin ijoollee Mootii Waan Maraa Waaqa keessanii ti. Nama du’eef nafa keessan ifi hin mummurina’a; mataa14:1 Mataa: Afaan Ibrootaatiin rifeensa gaara ilaa odduu jiru jedha. keessanille hin haadatina’a. 2 Isin kolbaa Mootii Waan Maraa Waaqa keessaniif woyyoontane waan teetaneef, inni qabeenna isaa ka addaa akka teetanuuf, kolbaa biyya lafaa irra jirtu mara keessaa isin filateera.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também