Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Keessa Deebii 28:1,2,12

Eebba Ajajamiisaan Dhufu

1 Ati Mootii Waan Maraa Waaqa keetiif yoo ajajante, ajajoota isaa ka ani adha si ajaju mara akka dansaa yoo eegatte, Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti gosa biyya adda addaa ta biyya lafaa irra jirtu mara caalaa ol isin hin qaba. 2 Mootii Waan Maraa Waaqa keetiif yoo ajajante, eebbi kun martinuu dhufee si’iif hin te’a.

12 Mootiin Waan Maraa lafa teetiif bokkeya yenna’aan kenniisaan, hujii harka keetii eebbisiisaaf, galmee ifii dansaa, ol-gubbaa si’iif hin bana. Ati gosa biyya adda addaa heddu’uuf hin liqeessita malee, eennu irralle’ee hin liqeeffattu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.