10 Inni lafa goomolee keessa,
ona gammoojjii qiillee keessatti isa dhagge.
Inni wontee isaaf te'ee, isa kunuunsee,
akka gumaa ila ifii isa eege.
10 Inni lafa goomolee keessa,
ona gammoojjii qiillee keessatti isa dhagge.
Inni wontee isaaf te'ee, isa kunuunsee,
akka gumaa ila ifii isa eege.