Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Keessa Deebii 32:10,11

10 Inni lafa goomolee keessa,

ona gammoojjii qiillee keessatti isa dhagge.

Inni wontee isaaf te’ee, isa kunuunsee,

akka gumaa ila ifii isa eege.

11 Inni akka risaa mandhee ifii diigee,

ilmee ifii irratti gonboobee,

koola ifii isaan irratti badhisee,

isaan irratti kabbuutii fi

koola ifiitiin isaan ba’atuu ti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.