Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Keessa Deebii 32

16 Isaan waaqota ormaatiin

akka hinaafu isa godhanee,

battumma’aan isa aarsane.

17 Isaan durriisota Waaqa hin te’iniif,

waaqota hin beenneef,

waaqota haareya

ka abbootiin isaanii hin sodaatiniif

ciincaa dhikeessane.

18 Ati rassaa abbaa sii te’e lakkittee,

Waaqa jiruu sii kenne deete.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também