Pular para o conteúdo
Publicidade

Deuteronômio 32

4 Inni rassa’a,

hujiin isaa dhidhinna hin qaddu;

karaan isaa marti qajeela’a.

Inni Waaqa addatamaa hin dokonkorre;

Waaqa qajeela’a, balcha’allee.

Veja também