9 Tanaaf, Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti Waaqa akka te’e beeki; inni Waaqa addatama’a; worra isa jaalatuu fi ajaja isaa eegatanuuf haga dhaloota kumaatitti gondooro’oo fi jaalala ifii ka bara baraa hin eega.
Publicidade
Kitaaba Seera Keessa Deebii 7
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.