Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Efesoonii 2

3 Dhugumaan marti keennaayyuu akkuma isaanii halchaa foon keennaatii fi qalbii teennaa waan guutu mara hujataa, akkuma halchaa teennaatitti jiraanne. Nuuti akka dadama keennaatitti, akkuma namoota kaanii, mufii Waaqaa jala jirraayyu. 4 Waaqi mararti’iin dureessaa ammoo, jaalala guddaa nu jaalate irraa ka ka’e, 5 yakkaa teennaan yennaa nuuti duuneerruuyyuu, inni Kiristoosiin gara jiru’uu nu fide. Isin badhaadha Waaqaatiin fayyitaneertan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também