8 Isin badhaadha Waaqaatiin karaa dhugeeffanna’aatiin fayyitane malee, hujii teessaniinii moti; isiin tun kennaa Waaqaa ti. 9 Akka nami tokkolle ittiin ifi hin jajne, huji’iinii moti. 10 Nuuti hujii harka isaa waan teeneef, hujii inni duraan dursee qopheesse akka hunyuuf, Waaqi karaa Kiristoos Yesuusiitiin hujii dansa’aaf nu dade.
Publicidade