Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Efesoonii 3

Jaalala Kiristoosii

14 Waan kanaaf ani Abbaa duratti jilbiiffadha. 15 Maatiin ol-gubbaa jirtuu fi lafa irra jirtu marti maqaa dhuga’aa Waaqa biraa fudhatti. 16 Durummaa ulfinna isaatiin keessi keessan karaa Ayyaana isaatiin akka jajjabaatu hunna akka isiniif kennu daadimadha. 17 Karaa dhugeeffanna’aatiin Kiristoos gadhaa keessan keessa akka qubatu ani hin daadimadha. Ani akka isin jaalalaan hiddaa fi hundee qabaattanu daadimadha. 18 Jaalalli Kiristoosii hagam akka badhatuu fi dheeratu, hagam akka ol fagaatuu fi gad fagaatu, akka isin kolbaa Waaqaa mara woliin hunna hubanti’ii qabaattanu, 19 akkasuma jaalala Kiristoosii ka beekkumsa bira dabare te’e san beettanee, guutummaa Waaqaa maraan akka guutantanu daadimadha.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também