Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Efesoonii 4:1-3

Tokkummaa Nafa Kiristoosiitiin Jiru

1 Ani sababa Goottaa tajaajiluuf hidhamaa ka te’e, waamicha itti waamantane saniif akka maletti akka leetanu isin gorsa. 2 Yennaa mara worra ifi gadi qabu, worra qajeela’aa fi ossaameyyii te’a’a. Jaalalalle’een wol dande’a’a. 3 Nageya wolitti isin qabu ka Ayyaanni Woyyichi kennu eegatiisaaf waan dandeettanu mara godha’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.