Pular para o conteúdo
Publicidade

Efésios 4

11 Inni worri gariin ergantoota, gariin raagota, gariin lallaboota Wongeelaa, gariin toowattoota, gariin barsiisota akka te’anuuf kennansa isaaniif kenne. 12 Inni nafa Kiristoosii ka te’e wolde’i kiristaanaa akka ijaaramuuf, kolbaa Waaqaa hujii tajaajila kiristaanaatiif qopheessiisaaf tana godhe.

Veja também