15 Kanaa mannaa, jaalalaan dhugaa dubbataa, gara Kiristoosii mataa te’ee, karaa maraan guddanna. 16 Kiristoosiin nafi duudiin morgeyaan hidhamee wol qabatee, mitikaan nafaa marti wol qaqqabateera. Maarre yennaa mitikaan martinuu akka hujiisaaf maletti huju, nafi duudiin jaalalaan guddatee ifi ijaara.
Publicidade
Worra Efesoonii 4
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.