3 Nageya wolitti isin qabu ka Ayyaanni Woyyichi kennu eegatiisaaf waan dandeettanu mara godha’a. 4 Akkuma addiin Waaqi itti isin waame takkaa teete, nafa tokkoo fi Ayyaana tokkotti jira. 5 Akkasuma Goottaan tokko, dhugeeffannaan tokko, cuupham tokko jira; 6 ammalle ka mara caalu, ka mara keessalle huju, ka mara keessa jiraatu, Abbaa kolbaa maraa ka te’e, Waaqa tokkochatti jira.
Publicidade