Pular para o conteúdo
Publicidade

Efésios 4

31 Hammeenni hadhawaan, mufiin, aariin, caanci moroma’aa, arrabii fi hammeenni martinuu isin irraa fagaattu. 32 Akkuma Waaqi karaa Kiristoosiitiin isiniif araarame, woliif araarama’a, woliif arjooma’a, gadhaalle woliif laafa’a.4:32 Qol. 3:13

Veja também