Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Efesoonii 5

Ifa Keessa Jiraachuu

1 Isin jaalatantoota ijoollee Waaqaa eega teetanee, fakkeenna isaa gula deema’a. 2 Akkuma Kiristoos nu jaalatee, akka kennansa uddowa’aa fi woreega Waaqa gammachiisuu, jiruu ifii akkuma nu’uuf kenne, isinille jaalalaan jiraadha’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também